Psalms 54:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini gaargala kiyya ch'ufa keesaa na baafte, nyaapa kiyya ka dabsatani ch'ufa na garsiifte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkoo maraa irraa waan na oolcheef; ijji tiyyallee kufaatii diintota tiyyaa arguu dandeetteerti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati rakkinna mara keessaa waan na baatteef, injifatamiisa diinota kiyyaa dhaggeera.