Psalms 55:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ka halkani guyya dira suni marse hameennaafi gaargalaani guutu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halkanii fi guyyaa dallayattii irra bayanii naannayan; dhartinii fi rakkinni isii keessa jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Halkanii fi guyyaa, isaan dalleya qachaa sanii gubbaa maran; yakka'aa fi rakkinni qachaa san keessa jiran.