Psalms 55:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri kunini ya bade, gabaya isaa keesati nami woldabse sobe wolballeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Badiin isii wodhakka'atti argama; dabdinii fi sobni karaa isi'ii irraa hin dhabamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa san keessa addee mara badi'itti jira; dikkoo qachaa sanii keessaa cunqursa'aa fi sobatti guuteera.