Psalms 55:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu duri haasaa dansa woliini haasomne, Mana Waaqaa keesaleti woliini kad'anne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
mana Rabbii keessatti woliin banii keessa deddeebine; jaalala nama gammachiisu wolii qabna ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka haasowa mi'aawaa woliin haasowaa, kolbaa woliin, gara mana Waaqaa ideenne.