Psalms 55:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi kiyya ato guyyaani isaa ingenne, ha hobauti, ha ato jiru boola ekhera buuti! Wonti akanatiifi worra isaanitifi garaa isaanile keesa hameennati jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duuti uduu hin qaabanne dunnuu isaanitti haa dhuftu; uduu lubbu'uun jiran asaaba haa bu'an; waan hammeenni isaan jidduu jirtuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni hantuun mana isaaniitii fi gadhaa isaanii keessa waan jirtuuf, diinota kiyyatti dedhuma duuti itti dhuttuu ti; adoo jiranuu gara addee worri du'e jiruu gad bu'anuu ti.