Psalms 55:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni had'iisa heddu, nu nyaapa kiyyaani wolhane ch'ufa, nagayaani jalaa na baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri mormi'iin natti ka'an waan baay'ee ta'aniif; lola natti aggaamamee lubbuu tiyya nagayaan fura.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri na irratti ka'u bacaa waan te'eef, inni worra na lolu jalaa, nageyaan na galcha.