Psalms 55:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi ka haguma duriti lafa fidu, kad'acha tiyya na d'agaye worra balleesa; wonti akanatiifi worri deebie garagale isale insodaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan jireenna ufii hin jijjiiranneef; Rabbiinillee waan hin sodaanneef; Waandhi dur irraa jalqabee teessoo irra jiru; dhagayee isaan salphisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan waan hin jijjiiranneef, Waaqalle waan hin sodaanneef, Waaqi, ka durii jalqabee barcumaa mootummaa ifii irra jiru, daadimata kiyya dhage'ee, isaan hin salphisa.