Psalms 55:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Na ch'aqasi, na jala qabi; heregi kiyya ya na gaargalche ufi na jibbaachise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara kiyya laali; naa deebisi; keessi kiyya nagaya dhabeera; raafameera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati na caqasii deebii naa kenni; ani rakkinna kiyyaan nageya dhabeera.