Psalms 55:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini isaa damma ira mioofti ammo garaa isaa keesa jibbaati jira; jechi isaa d'ad'a ira laafa, ammo aka goraade nama mura.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Arrabni isaa dhadhaa irra laafa; garaa isaa keessa garuu lolatu jira; dubbiin isaa sayitii irra laafa; garaan isaa ammo akka guraadee qolaa luqqifameeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haasonni isaa dhadha'a; gadhaa ifiititti ammoo lola yaada. Jechooti isaa zayitii caalaa lallaafa; ammoo akka shallaagaa buqqifamee ti.