Psalms 55:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala kanke AABBO Waaqati kennad'i, nami si jabeesu isuma; inni aka nama d'uga dabsatani ee injed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan sitti ulfaafe Rabbiin irratti gati; inni irkisee si qaba; raafama balcha'aa sirima hin hayyamu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ba'aa teeti Mootii Waan Maraa irratti buufadhu; inni si utuba; inni worra balchoolee ijjumaa akka raafamanu hin godhu.