Psalms 55:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini waan jed'e, Ato sila koola aka sabaliisa qabad'e barise fulla iti boqod'u barbaada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akkana jedhe, «Maal uduu akka handari'ii koola qabaadhee! silaa bararee deemee hara baafadha ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani adoo akka saphaliisaa koola qabaadhe, silaa koolaan ka'ee addee takkatti foorfadhaayyu.