Psalms 55:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Aabbo, nyaapa kiyya afaani wolwolaalchisi! Anini dira keesa nama woldiduufi ka woldabsu arga
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Gooftaa'a! dharaa fi raafama waan qachattii keessatti argeeruuf bitaa isaanitti taasisi; afaan isaaniillee wol jala dabarsi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Gootta'a, ani qachaa keessatti hunnaan wolitti ka'iisaa fi wol loliisa waan dhaggeef, arrabi isaanii akka wol irraa miliqu godhi; mala isaaniille balleessi.