Psalms 56:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, nyaapi halkani guyya na gusse na ijeesuu fed'a naa nahi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ani ka namoonni itti baldan ta'eera garaa naa laafi; guyyaa guutuu woraanaan na rakkisaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan waan na ariituuf, Ee Waaqa, naaf marari; diinoti kiyya guyyaa mara na miidhan.