Psalms 56:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni AABBO Waaqa, ka anini dubbi isaa faarsu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa dubbii isaa galtoonfadhu; Rabbii dubbii isaa kabajju;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa jecha isaa leellifadhuun, Mootii Waan Maraa jecha isaa leellifadhuun,