Psalms 56:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini woma insodaad'u. Nami anini abdad'u isuma, nami maani na tolchuu dandaa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa abdadheera; hin sodaadhu; namni maal na godhuu danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa itti addadhuun, ani hin sodaadhu; nami foonii maan na godhuu dande'a ree?