Psalms 56:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi atini dua keesaa na baafte, badi na d'owarte. Tanaafi anini Waaqa dura ifsa isaa ka inni nama jiru ifsu, keesa deema.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ifa jiraattotaa keessa; Rabbiin afoo akka jiraadhu; lubbuu tiyya du'a irraa; luka tiyya sakaalamuu waan oolchiteef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati lubbuu tiyya du'a irraa, miila kiyyalle jigiisa irraa hamburteerta. Tanaaf, ee Waaqa, ani fuula keeti dura ifa jiru'uu keessa ideema.