Psalms 56:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya ch'ufa nami nani morku na had'e worri na had'u sunini nama muumme inqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni tiyya guyyaa guutuu na irra dhaabatan; worri uf jaju'uun na woraanan waan baay'ee ta'aniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti kiyya guyyaa guutuu na ari'an; worri kooru ka na lolu baca'a.