Psalms 56:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Waaqa abdad'a, womale insodaad'u; anini maro kakhu isaatiifi isa faarsa, nami maani na tolchu dandaa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waaqa jecha isaa galatoonfadhu; Rabbiin abdadheera; hin sodaadhu; foon uffataan maal na godhuu danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo jecha isaatiif, isa leellifadha; ani Waaqatti addadha; hin sodaadhu; nami foonii maan na godhuu dande'a?