Psalms 56:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi kiyya halkani guyya na yake, hojja ch'ufa aka na balleesu malata!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa maraa dubbii kiyya dabsan; hennaa maraa na miidhu'uuf mala natti dhayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa guutuu dubbii tiyya micciiran; isaan yennaa mara na miidhiisaaf, mala natti dhowan.