Psalms 56:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa maro ch'ubbu worraatifi worra gaargalchi, dallansu tante keesa worra dabsad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! sirima akka jalaa hin baane; banii lola keetiin salphisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan yakkaa hujanee hin miliqin. Ati aarii teetiin gosa biyya adda addaa san salphisi.