Psalms 56:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya anini si yaamad'u nyaapi kiyya nara gaargala. Anini waan kana imbeekha: Waaqi gama kiyya jira —
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaafa ani si waamu, diintonni tiyya uf duuba deebi'an; kanaan akka Waandhi na ladda dhaabate beeka.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani gara keeti daadimadhu, diinoti kiyya gara duubaa hin deebi'an; Waaqi cinaa tiyya akka jiru saniin beeka.