Psalms 57:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa naa nahi anini siti baqad'a, naa nahi. Anini haga gaargali badii kunini hobauti, gaadisa koola keeti jalati d'okhad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garaa naa laafi; Yaa Rabbi garaa naa laafi; lubbuun tiyya waan si irkoo godhatteef; kooluu kee jalatti quphadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lubbuun tiyya waan sitti baqattuuf, na marari, ee Waaqa, na marari. Haga rakkoon dabartutti ani koola keeti jalatti baqadha.