Psalms 57:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalalti tante ta ind'umanne gubba geeti; d'ugaani tanteeleni dumansati ejiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Araarri kee haga sami'ii waan ol guddateef; amanamummaan keellee haga duumessaa ol gayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalli keeti ka bara baraa guddaa waan te'eef, akka ol-gubba'aa ol fagaata; addatamummaan teeti duumensa dhaqqaddi.