Psalms 57:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Waaqa gudda, ka waan ch'ufa ira jiru, ka waan anini fed'u ch'ufa naa kennu, yaamad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani gara Waaqa waan naa yaade naa raawwatuu; Rabbii maraa oliititti iyyadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gara Waaqa Ol-Aana'aa, gara Waaqa waan naaf barbaachisu mara naa muummessuu hin iyya.