Psalms 57:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni qonqo gubbaa gadi erge na baase, nama na dabsule dabsata. Waaqi jaalala isaa ta ind'umanneefi d'uga isaa na garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sami'ii ergee na oolcha; worra na dhiitan hin salphisa; Rabbi araara ufiitii fi amanamummaa ufii hin erga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ol-gubbaa irraa ergee na baasa; inni worra na irra sirbu hin salphisa. Waaqi jaalala ifii ka bara baraatii fi addatamummaa ifii hin erga.