Psalms 57:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi kiyya t'urura naa kaye, gaargali guddaani na qabate. Worri boola kara keesati naa qote ammo ufi keesa bue.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Luka tiyya jalatti siiboo diriirsan; lubbuu tiyyallee gaddaan gad deebisan; karaa ani lufuun irratti boolla qotan; garuu ufumaa itti kufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti kiyya miila kiyyaaf fonxoroo afane; lubbuun tiyya gaddaan gad jette. Isaan karaa kiyya keessatti boolla qotane; ammoo ifumaaf keessa bu'ane.