Psalms 57:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, garaani kiyya ya jabaate, anini faaru d'aad'e si faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! Garaan kiyya jaba'a; garaan kiyya hin mamu; hin weeddisa; hin faarfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, gadhaan kiyya hin mamu! Gadhaan kiyya hin mamu. Ani hin faarfadha; meya faaru'uu ka adda addaatiin hin faarfadha.