Psalms 57:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbu tiyya kai! Kiraariifi dibbe tiyya kaa! Anini adule lafaa kaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuu tiyya! dammaqi; kiraarri ka sagalee guddaa dhageessisuu fi masiinqoonillee ka'aa'a! anillee ganamaan ka'aa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lubbuu tiyya dammaqi; ee kiraaraa guddicha, ee maseenqo'o dammaqa'a; anille boruu hin dayyaasa.