Psalms 58:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nami waan jed'u, Nami d'uga qajeelani waan isaa malle ya argate; d'uguma Waaqati jira, ka lafa wollaala iti muru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni, «Dhugama balchootaaf gatiin isaanii taa'eera; dhugamaan Waandhi lafa irratti murteessu hin jira» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san namooti, «Dhugumaan worri balchaan gatii hin dhaggatan; dhugumaan Waaqi biyya lafaatitti muru hin jira» hin jedhan.