Psalms 58:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi haguma d'alate kara iraa gore, haguma garaa haad'aa keesaa bahe d'ara dubbata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hammeeyyiin uduma garaa keessa jiran worra karaa irraa baye; hennaa dhalatan irraa jalqabanii worra dogoggoranii fi sobdoota.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hamaaleyyiin gadaamessa haadha ifiitii jalqabanee, karaa irraa goraneeran; haga dhalatanee jalqabanee, karaa fedha ifii deemaa dhara dubbatan.