Psalms 58:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan aka had'aa bofaa qaba, inni aka jawe gurra duufate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hadhaan isaanii akka hadhaa bofaati; akka buutii dhageettii didda'aaf gurra cufatteeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka dhudhuufa'aa hadhaa qaban; isaan akka buutii gurra duuddu'uu,