Psalms 58:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, gaade nyeench'a kana ch'ach'absi. Ee AABBO ilkaani kuble isaale bulleesi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! ilkaan isaanii afaan isaanii keessatti cabsi; Yaa Rabbi! a'oo leencanii bubuqqisi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, ilkaan isaanii afaan isaanii keessatti caccassi; Ee Mootii Waan Maraa, worra akka dardaroota neenqaa qadhiffaa qabu, qadhiffaa isaanii butuchii keessaa harcaasi.