Psalms 58:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ha aka bisaani fooqate baddu, aka buuyo kara keesa mach'arsani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka bisaan gubba'aa gad jiguutitti dafanii haa badanii; hennaa eboo ufii ol fudhatan buundheen isaanii haa doomu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka bisaan lola'ee dabaruu badanuu ti; yennaa isaan guubee qopheeffatanu, daayi isaanii tutuma te'uu ti.