Psalms 58:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ha aka hilqa hoomacha ufii keesa lit'u tahuti; worri ha daima akuma d'alateeni, due ka ifsa inargini, tahuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka gaafa arfoo ka uduu deemu baquu haa ta'an; akka waan gara'aa gatame ka ifa hin arginee haa ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka calanqaa adoo ideemuu baquu te'anuu ti; isaan akka finna du'ee dhalatee, ka ijjumaa ifa hin dhagginii te'anuu ti.