Psalms 58:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato worri imbeekanne aka buuyo haamaani; dallansu isaa hamtu keesa Waaqi, ato worri jiru, afufe balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ibiddi qore'ee uduu keree isaanii hin oo'ifne; haboonbolattiin jiidha'aa fi gogaallee qixxema haxaayee isaan fudhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka haasumee jiituu yookiin godduu adoo hin bobe'in, adoo okkotee hin o'isiniin dura qilleensaan haxowantuu ti.