Psalms 59:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa kiyya nyaapa kiyya jalaa na baasi, nama na had'ule duraa na baasi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana; diintota tiyya harkaa na oolchi; worra na miidhu'uuf natti ka'an irraa na eegi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa kiyya, diinota jalaa na baasi; worra na irratti ka'u irraa na eegi.