Psalms 59:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi kiyya na jaalata, inni fulla tiyya d'ufa; inni nyaapa kiyya ka dabsatani na garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi jaalala ufii ka bara baraatiin na afoo deema; Waandhi kiyya kufaatii diintota tiyyaa natti mudhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi jaalala ifii ka bara baraatiin naan dura ideema; inni akka ani injifatamiisa diinota kiyyaa dhaggu hin godha.