Psalms 59:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, worra inhobaasini, aka worri kiyya worra indeene; jabeenna keetiini worra dabsad'i, gargari firfirsi, ee AABBO Waaqa wonte, teenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaa'a; wontee keenna! isaan hin ajjeesin; yoo ta'uu baate baniin kiyya hin irraanfatama. hunna keetiin isaan yaantarsi; gad isaan qabi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Gootta'a, wontee teenna, kolbaan injifachaa keeti akka hin deene, isaan hin ijjeesin; hunna teetiin isaan bittinneessii, isaan salphisi.