Psalms 59:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
dallansu tante keesa aka taka inargini worra hafuu d'owi lafa iraa hobaasi. Duuba akanaani aka AABBO Waaqi lafa Israeli mohate, mohachaani isaa muumme lafa ch'ufa geetu, beekhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dheekkamsa keetiin isaan balleessi; sirima isaan diigi; kanaan Rabbi bulchaa Yaaqoobii ta'uu haga daangaa lafaatitti beekkama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
aarii teetiin isaan balleessi; ijjumaa isaan balleessi. Achiin duuba haga qaccee lafaatitti akka Waaqi kolbaa Yaaqoobii bulchu hin beekkanti.