Psalms 59:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini waan jabeenna keeti sirbe, jaalala tante ta ind'umanne diirama ch'ufa faarsa. Atini fulla anini iti baqad'uufi ta hojja gaargala anini iti d'okhad'u naa taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garuu waan hunna keetiitiif faarfadha; ganamaan waan ulfinna keetii faarfadha; ati irkoo kiyya; gaafa rakkinnaa dawoo kiyya waan taateef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati guyyaa rakkinnaa gollaa kiyya, addee ani itti baqadhulle waan teeteef, marroo jabeenna keetiitii fi marroo jaalala keeti ka bara baraa ganama mara hin faarfadha.