Psalms 59:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra hamama suni duraa na baasi harka worra nama ijeesuu kana keesaa na baasi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra waan hamaa hojjatan jalaa na baasi; namoota dhiiga dheebotan jalaa na oolchi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra hamaaleyyii jalaa na baasi; worra dhiiga namaa dhangalaasu jalaa na hamburi.