Psalms 59:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa gudda, kai, kooti na qarqaari; Ee Waaqa Israelii waan kana atumaani argi. Kai, gosa d'ibi ta Waaqa imbeenne gaargalchi, worra hamama waan ch'ubbu malatu lubbu imbaasiini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati Waaqa duula maraa; Ati Rabbi Waandhi Israa'elii; banii maraa adabu'uuf ka'i. dhara yakka isaan raawwatanii maraaf isaanii hin araaramin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootiin Waan Maraa Waaqa Waan Mara Dande'u, Waaqa Israa'elii, gosa biyya adda addaa adabiisaaf ka'i; worra hamaaleyyii, diinaaf dabarsee nama kennu hin mararin.