Psalms 59:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri galgala ch'ufa fulla aduuni d'iitu d'ufe, aka sare gururia dira keesa yaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka sare'eetitti gururi'a'aa galgala deebi'anii dhufan; naannaya qachatti'iititti lafa maran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka sare'ee gurura'aa, galgala galgala qachaa keessa loxxisan.