Psalms 59:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arabaafi dubbi hamtu worri dubbatu ch'aqasi arabi worra aka goraade jira; worri waan jed'u, Eenuti nu d'agaya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan afaan isaaniitii bayu laali; arraba isaanii irra guraade'etu jira; «eentu nu dhagayuu danda'a?» waan jedhaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan afaan isaanii keessaa bayu ilaali; arrabi isaanii akka shallaaga'aa ti; isaan, «Nami nu dhage'u hin jiru» jedhaa yaadan.