Psalms 59:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, anini jabeenna kanke abdad'a, tanaafi siti baqad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jabeenna kiyya! si eeggadha; Waandhana! ati irkoo kiyya waan taateef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, ati jabeenna kiyya, gollaa kiyyalle waan teeteef, ani si eegadha.