Psalms 6:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi kiyya aka male ch'eere lafa bada; worri waan tahu wollaale kae baqata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni tiyya maruu hin salphatan; guddisanii nayan; karaa dhufaniin deebi'an; dimmaa salphatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti kiyya marti hin qaanowan; guddoo hin sodaatanille'e; dedhuma salphatanee, gara duubaa hin deebi'an.