Psalms 6:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ya dad'abe, ee AABBO Waaqa, naa nahi humna naa kenni, anini ya ufi jibbaad'e,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! Ani waan hunna hin qabneef garaa naa laafi; Yaa Rabbi! lafeewwan kiyya diiggamaniiranii; na fayyisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani dadhabaa waan te'eef, naaf marari; Ee Mootii Waan Maraa, lafeen tiyya soda'aan waan na sheephitteef na fayyisi.