Psalms 6:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worri ch'ubbu tolchu naraa fagaad'a, AABBO Waaqati qonqo boha tiyya ch'aqase,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi laagaa booyicha kiyyaa waan dhagayeef isin hammeeyyiin waan badaa hojjattan na irraa fagaadhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa bowa tiyya waan dhage'eef, isin worri hamaaleyyiin marti na irraa fagaadha'a.