Psalms 6:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
qarqaarsa anini kad'ad'u d'agaye, waan anini kad'ad'u naa kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi kadhaa kiyya naa dhagayeera; Rabbi kadhaa kiyya naa deebisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa iyya tiyya dhage'eera; inni daadimata kiyyaaf deebii hin kenna.