Psalms 60:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapa keenna nura d'owi, nu qarqaari; qarqaarsi namaa woma keesa injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diina irratti mootee nuu kenni; gargaarsi nama waan duwwaa ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qarqaarsi namaa womaa waan nu'uuf hin baaneef, diinota keenna akka lolluuf, ati nu qarqaar.